Ashama harka fuune ilmaan oromoo hundi baga garaa bakka ‘Daaddisa Saphaloo’ nagayan dhuftan. Caayaa qabbanooytu keenya jala qubannaan waan dhabdan takkallee hin qabdan. Nutis akkuma aadaa keenyaati harka bannee,teesso keenya ol kaanee gammachun isin simanna. An haa dhufu.
No comments:
Post a Comment