Ashama harka fuune ilmaan oromoo hundi baga garaa bakka ‘Daaddisa Saphaloo’ nagayan dhuftan. Caayaa qabbanooytu keenya jala qubannaan waan dhabdan takkallee hin qabdan. Nutis akkuma aadaa keenyaati harka bannee,teesso keenya ol kaanee gammachun isin simanna. An haa dhufu.
Thursday 26 May 2016
#OromoProtests "Itti Muddi Muddi " Ittiiqaa Tafarii releases another powerful resistance song Inkiraada qamadii keessa marge Wajjin haamanii inkiraada keessaagubanii Alagaa fira fakkaattee bviyya nu saamuu dhufte Fira fakkaatanii dhayanii biyyotti makanii... Watch and share
https://youtu.be/cxC5MNe7fD4
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
No comments:
Post a Comment